Ethiopian Music: Mahamadsa'id Huseen (Suma Anaaf Dawaan) New Wollo Oromo Music 2019(Official Video)

Qabxiilee xiyyeeffannoo: Uummanni Oromoo Matakkal, lafa amma irra jiraachaa jiru irra jiraachuu erga eegalee jaarraa meeqa lakkoofsisee jira; Saboota biroo kanneen ollaa isaa/lafa isaa irra qubatanii jiraatan waliin hariiroo akkamii qabaachaa ture/jira; Duguuggaa sanyii Uummata Oromoo Matakkal irratti Mootummoota Impaayera Itoophiyaa fi qaamota/saboota biroon raawwatamaa turee fi jiru duuba sababni/fedhiin jiru maali?… Marii Oromticha, dhalataa fi jiraataa Matakkal waliin taasifame. #RSWO - Amajji 28, 2021 • Sagantaalee keenya sagalee qofaan: https://independentoromia.org • Subscribe: https://youtube.com/c/IndependentOromia • Nu hordofaa: https://facebook.com/VoiceofIndependentOromia https://twitter.com/Independ_Oromia https://soundcloud.com/independent-oromia #IndependentOromia #Matakkal